2 ሳሙኤል 6:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Daawit, qalma gubamuu fi qalma araaraa sana dhi'eessuu erga raawwatee, maqaa Waaqayyo gooftaa maccaatiin jara in eebbise*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Innis erga aarsaa gubamuu fi aarsaa nagaa dhiʼeessee booddee maqaa Waaqayyoo Waan Hunda Dandaʼuutiin namoota ni eebbise. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 እንስ ኤርገ ኣርሳ ጉበሙፊ ኣርሳ ነጋ ዽኤሴ ቦዴ መቃ ዋቀዮ ዋን ሁንደ ደንደኡቲን ነሞተ ንኤብሴ። Sien die hoofstuk |