2 ሳሙኤል 6:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Kanaaf Daawit sanduuqa kakuu sana gara mandara isaatiitti fudhatee galuu waan hin barbaanneef, mana Obed-Edoom nama Gaatitti in jal'ise. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Innis akka taabonni Waaqayyoo isa wajjin Magaalaa Daawit keessa jiraatuuf ofitti fudhachuu hin barbaanne. Qooda kanaa gara mana Oobeed Edoom namicha Gitii sanaatti geesse. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 እንስ አከ ታቦትን ዋቀዮ እሰ ወጅን መጋላ ዳዊት ኬሰ ጅራቱፍ ፉዸቹ ህንበርባድኔ። ቆደ ከና ገረ መነ ኦቤድ ኤዶም ነምቸ ግቲ ሰናት ጌሴ። Sien die hoofstuk |