2 ሳሙኤል 5:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Yommus Daawit mootichi namoota isaa wajjin Yibusoota mandara Yerusaalem keessa jiraatan loluudhaaf itti in duule; Yibusoonni immoo,<<Daawit mandara kana mo'ee qabachuu hin danda'u>> jedhanii waan yaadaniif,<<Ati asitti hin galtu, warri jaamaanii fi warri naafti iyyuu of irraa si in deebisu>> ittiin jedhan*; Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Mootichii fi namoonni isaa Yebuusota achi jiraatan loluuf gara Yerusaalemitti ni qajeelan. Yebuusonnis Daawitiin, “Ati as hin seentu; jaamaa fi naafni iyyuu of irraa si deebisu” jedhan. Isaan, “Daawit as seenuu hin dandaʼu” jedhanii yaadan. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ሞትቺፊ ነሞትንሳ ዬቡሶተ አች ጅራተን ሎሉፍ ገረ ዬሩሳሌምት ንቀጄለን። ዬቡሶንስ ዳዊቲን፣ “አት አስ ህንሴንቱ፤ ጃማፊ ናፍንዩ ኦፍራ ስ ዴብሱ” ጄዸን። እሳን፣ “ዳዊት አስ ሴኑ ህንደንደኡ” ጄዸኒ ያደን። Sien die hoofstuk |