2 ሳሙኤል 5:21 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo21 Warri Filisxeemis waaqayyolii tolfamoo isaanii achitti dhiisanii in baqatan; Daawitii fi namoonni isaa waaqayyolii sana fuudhanii in adeeman. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa21 Filisxeemonni waaqota isaanii tolfamoo achitti dhiisanii baqatan; Daawitii fi namoonni isaa immoo isaan fuudhanii deeman. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ21 ፍልስጤሞትን ዋቆተሳኒ ቶልፈሞ አችት ዺሰኒ በቀተን፤ ዳዊቲፊ ነሞትንሳሞ እሳን ፉዸኒ ዴመን። Sien die hoofstuk |