2 ሳሙኤል 5:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 yeroo darbetti, utuma Saa'ol mootii keenya ta'ee jiruu iyyuu, Israa'eloota gara duulaatti bobbaasee kan galchu si ture; Waaqayyos,<<Saba koo Israa'elin situ geggeessa, situ isaan bulchas>> siin jedheera>> ittiin jedhan*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Duraan yeroo Saaʼol mootii keenya turetti, namni duula loltoota Israaʼel hoogganu siʼi ture. Waaqayyos, ‘Situ saba koo Israaʼelin tiksa; bulchaa isaaniis ni taata’ siin jedhee ture.” Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ዱራን ዬሮ ሳኦል ሞቲኬኘ ቱሬት፣ ነምን ዱለ ሎልቶተ እስራኤል ሆገኑ ስእ ቱሬ። ዋቀዮስ፣ ‘ስቱ ሰበኮ እስራኤልን ትክሰ፤ ቡልቻሳኒስ ንታተ’ ሲን ጄዼ ቱሬ።” Sien die hoofstuk |