Aanlyn Bybel

- Advertensies -




2 ሳሙኤል 5:19 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

19 Yommus Daawit,<<Warra Filisxeem kanatti duuluu>> Ati harka koo keessa isaan in buuftaa?>> jedhee Waaqayyoon in gaafate; Waaqayyo immoo,<<Ani raawwadhee Filisxeemota harka kee keessa buuseeraatii, itti duuli!>> jedheen*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

19 kanaafuu Daawit, “Ani baʼee Filisxeemota dhaʼuu? Ati dabarsitee harka kootti isaan kennitaa?” jedhee Waaqayyoon gaafate. Waaqayyos, “Baʼi; ani dhugumaan Filisxeemota dabarsee harka keetti nan kennaatii” jedhee deebiseef.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

19 ከናፉ ዳዊት፣ “አን በኤ ፍልስጤሞተ ዸኡ? አት ደበርስቴ ሀርከኮት እሳን ኬንታ?” ጄዼ ዋቀዮን ጋፈቴ። ዋቀዮስ፣ “በእ፤ አን ዹጉማን ፍልስጤሞተ ደበርሴ ሀርከኬት ነንኬናቲ” ጄዼ ዴብሴፍ።

Sien die hoofstuk Kopieer




2 ሳሙኤል 5:19

Volg ons:

Advertensies


Advertensies