Aanlyn Bybel

- Advertensies -




2 ሳሙኤል 4:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

6 isaan akka waan qamadii fudhachuu dhaqanii fakkeessanii, kutaa manaa isa gara keessaatti ol lixanii garaa isaa in waraanan; kana booddees Rekaabii fi Ba'anaan obboleessi isaa hafuura dhokfatanii ba'anii in sokkan.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

6 Isaanis akka nama qamadii barbaaduutti kutaa manaa isa gara keessaatti ol seenanii garaa isaa waraanan. Ergasiis Rekaabii fi obboleessi isaa Baʼanaan miliqanii baʼan.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

6 እሳንስ አከ ነመ ቀመዲ በርባዱት ኩታ መና እሰ ገረ ኬሳት ኦል ሴነኒ ገራሳ ወራነን። ኤርገሲስ ሬካቢፊ ኦቦሌስሳ በአናን ምልቀኒ በአን።

Sien die hoofstuk Kopieer




2 ሳሙኤል 4:6

Volg ons:

Advertensies


Advertensies