Aanlyn Bybel

- Advertensies -




2 ሳሙኤል 4:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

12 Achumaan Daawit namoota isaa in abboome; isaanis ilmaan Rimoon sana ajjeesanii harka isaanii fi miilla isaanii irraa ciranii mandara Kebroon keessatti kuufama bishaanii bukkeetti reeffa isaanii in rarraasan; mataa Ish-Bosheet immoo fuudhanii mandara Kebroon keessatti, awwaala Abneer biratti in awwaalan*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

12 Kanaafuu Daawit namoota isaa ajaje; isaanis jara ajjeesan. Harkaa fi miilla isaanii irraa kukkutanii haroo Kebroon biratti reeffa isaanii fannisan. Mataa Iish-Booshet garuu fuudhanii Kebroonitti awwaala Abneer biratti awwaalan.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

12 ከናፉ ዳዊት ነሞተሳ አጀጄ፤ እሳንስ ጀረ አጄሰን። ሀርካፊ ሚለሳኒራ ኩኩተኒ ሀሮ ኬብሮን ብረት ሬፈሳኒ ፈንሰን። መታ ኢሽ-ቦሼት ገሩ ፉዸኒ ኬብሮንት አዋለ አብኔር ብረት አዋለን።

Sien die hoofstuk Kopieer




2 ሳሙኤል 4:12

Volg ons:

Advertensies


Advertensies