2 ሳሙኤል 3:38 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo38 Mootichi yommus namoota isaatiin,<<Har'a biyya Israa'el keessaa geggeessituun biyyaa, namni guddaan akka du'e hin beektanii ree>> Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa38 Mootichis namoota isaatiin akkana jedhe; “Isin akka guyyaa harʼaa ilmi mootiitii fi namni guddaan tokko Israaʼel keessaa kufe hin beeknee? Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ38 ሞትችስ ነሞተሳቲን አከነ ጄዼ፤ “እስን አከ ጉያ ሀርኣ እልም ሞቲቲፊ ነምን ጉዳን ቶኮ እስራኤል ኬሳ ኩፌ ህንቤክኔ? Sien die hoofstuk |