2 ሳሙኤል 3:37 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo37 Guyyaa sanatti namoonni hundinuu, Israa'eloonni hundinuus, ajjeefamuun Abneer ilma Neer yaada mootichaatiin akka hin ta'in hubachuu in danda'an. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa37 Kanaafuu gaafa sana namoonni hundii fi Israaʼel hundi akka ajjeefamuu Abneer ilma Neer keessatti mootichi qooda hin qabne beekan. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ37 ከናፉ ጋፈ ሰነ ነሞትን ሁንዲፊ እስራኤል ሁንድ አከ አጄፈሙ አብኔር እልመ ኔር ኬሰት ሞትች ቆደ ህንቀብኔ ቤከን። Sien die hoofstuk |