2 ሳሙኤል 3:29 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo29 Dhiigni Abneer kun mataa Yo'aab irratti haa dhufu! Namni saala isaa keessaa waa dhangala'u yookiis namni dhukkuba lamxii qabu yookiis namni uleetti rarra'ee adeemu yookiis namni billaadhaan rukutamee du'u yookiis namni buddeena hin qabne, sanyii Yo'aab keessaa hin dhabamin!>> jedhe*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa29 Cubbuun dhiiga isaa mataa Yooʼaabii fi mana abbaa isaa hundaa irra haa gaʼu! Namni madaa malaa yaasu yookaan lamxii qabu yookaan namni uleetti rarraʼee deemu yookaan namni goraadeen ajjeefamu yookaan namni waan nyaatu dhabu mana Yooʼaabii hin dhabamin.” Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ29 ጩቡን ዺገሳ መታ ዮኣቢፊ መነ አባሳ ሁንዳረ ሃገኡ! ነምን መዳ መላ ያሱ ዮካን ለምጢ ቀቡ ዮካን ነምን ኡሌት ረረኤ ዴሙ ዮካን ነምን ጎራዴን አጄፈሙ ዮካን ነምን ዋን ኛቱ ዸቡ መነ ዮኣቢ ህንዸበምን።” Sien die hoofstuk |