2 ሳሙኤል 3:28 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo28 Ergasii Daawit dubbii kana dhaga'ee,<<Waa'ee dhiiga Abneer ilma Neeriitiif ani, mootummaan koos Waaqayyo duratti bara baraan hin gaafatamnu. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa28 Ergasii Daawit yommuu waan kana dhagaʼetti akkana jedhe; “Anii fi mootummaan koo bara baraan dhiiga Abneer ilma Neer irraa fuula Waaqayyoo duratti qulqulluu dha. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ28 ኤርገሲ ዳዊት ዮሙ ዋን ከነ ዸገኤት አከነ ጄዼ፤ “አኒፊ ሞቱማንኮ በረ በራን ዺገ አብኔር እልመ ኔርራ ፉለ ዋቀዮ ዱረት ቁልቁሉዸ። Sien die hoofstuk |