2 ሳሙኤል 3:23 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo23 Yo'aabii fi loltoonni isaa wajjin turan hundinuu yeroo dhufan, jarri tokko,<<Abneer ilmi Neer Daawit mooticha bira in dhufe; mootichi waan isa gad dhiiseef, inni nagaadhaan adeemeera>> jedhanii Yo'aabitti in himan. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa23 Yooʼaabii fi loltoonni isa wajjin turan hundi yommuu achi gaʼanitti akka Abneer ilmi Neer mooticha bira dhufee mootichi nagaan isa geggeesse isatti himame. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ23 ዮኣቢፊ ሎልቶትን እሰ ወጅን ቱረን ሁንድ ዮሙ አች ገአንት አከ አብኔር እልም ኔር ሞትቸ ብረ ዹፌ ሞትች ነጋን እሰ ጌጌሴ እሰት ህመሜ። Sien die hoofstuk |