2 ሳሙኤል 3:21 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo21 Abneer gaafas Daawitiin,<<Ka'eetan dhaqee, Israa'eloonni kakuu akka siif galaniif, waan garaan kee hawwe hundumaa irrattis akka mootuuf, namoota hundumaa si gooftaa koo mootichaaf walitti qaba>> jedhe; Daawit yommus Abneeriin,<<Dhaqi!>> jedhe; innis nagaadhaan in adeeme. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa21 Abneeris Daawitiin, “Ani kaʼee deemee akka isaan gooftaa koo mootii wajjin kakuu galanii fi akka ati warra garaan kee fedhe hunda irratti mootii taatuuf Israaʼeloota hunda walitti nan qaba” jedhe. Kanaaf Daawit isa geggeesse; innis nagaadhaan deeme. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ21 አብኔርስ ዳዊቲን፣ “አን ከኤ ዴሜ አከ እሳን ጎፍታኮ ሞቲ ወጅን ከኩ ገለኒፊ አከ አት ወረ ገራንኬ ፌዼ ሁንደረት ሞቲ ታቱፍ እስራኤሎተ ሁንደ ወልት ነንቀበ” ጄዼ። ከናፍ ዳዊት እሰ ጌጌሴ፤ እንስ ነጋዻን ዴሜ። Sien die hoofstuk |