2 ሳሙኤል 3:20 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Inni namoota digdama fudhatee Kebroon yommuu dhufe, Daawit immoo Abneerii fi namoota isaa wajjin dhufaniifis cidha in qopheessise. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 Yommuu Abneer namoota isaa digdama wajjin Kebroon dhufetti, Daawit isaa fi namoota isaatiif cidha qopheesse. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 ዮሙ አብኔር ነሞተሳ ድግደመ ወጅን ኬብሮን ዹፌት፣ ዳዊት እሳፊ ነሞተሳቲፍ ጭዸ ቆጴሴ። Sien die hoofstuk |