2 ሳሙኤል 3:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Ilmaan Daawit warri Kebroonitti dhalataniif warra kanatti aananii jiranii dha; inni angafni, Amnoon isa Ahiino'aam Yizre'elittiin deesseef*; Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Daawit Kebroonitti ijoollee dhalche; isaanis: Inni hangafni Amnoon isa Ahiinooʼam Yizriʼeelittiin deessee dha; Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ዳዊት ኬብሮንት እጆሌ ዸልቼ፤ እሳንስ፦ እን ሀንገፍን አምኖን እሰ አሂኖአም ይዝርኤልቲን ዴሴዸ፤ Sien die hoofstuk |