2 ሳሙኤል 3:19 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Abneer itti dabalee ofuma isaatii namoota Benyaamiinitti in dubbate; kana booddee innumti wanta Israa'elootatti, namoota Benyaamiin hundumaattis gaarii ta'ee mul'ate Daawititti himuudhaaf Kebroonin in dhaqe. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 Abneer namoota Beniyaam birattis ni dubbate. Ergasiis Kebroon dhaqee waan Israaʼeloonnii fi manni Beniyaam hundi gochuu barbaadan Daawititti hime. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 አብኔር ነሞተ ቤንያም ብረትስ ንዱበቴ። ኤርገሲስ ኬብሮን ዸቄ ዋን እስራኤሎትኒፊ መን ቤንያም ሁንድ ጎቹ በርባደን ዳዊትት ህሜ። Sien die hoofstuk |