2 ሳሙኤል 2:25 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo25 Yommus namoonni Benyaamiin dacha'anii Abneer bira in dhufan; kutata tokko ta'anii roggee gaara tokkoo irra iddoo qabatanii in dhaabatan. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa25 Namoonni Beniyaamis Abneer biratti walitti qabaman. Isaanis gareedhaan walgurmeessanii gaara Amaa gubbaatti hiriiran. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ25 ነሞትን ቤንያምስ አብኔር ብረት ወልት ቀበመን። እሳንስ ገሬዻን ወልጉርሜሰኒ ጋረ አማ ጉባት ህሪረን። Sien die hoofstuk |