2 ሳሙኤል 2:22 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo22 Abneer ammas,<<Ana duukaa fiiguu dhiisi! Maaliif akkan rukutee lafaan si dha'u goota>> Yoon si rukute immoo maal jedheetan ija obboleessa kee Yo'aabitti mul'adha?>> jedhee Asaahelin in akeekkachiise. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa22 Abneer ammas Asaaheelin, “Na hin ariʼin! Ani maaliifan si galaafadha? Ani akkamittin fuula koo ol fudhadhee obboleessa kee Yooʼaabin ilaala?” jedhe. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ22 አብኔር አመስ አሳሄልን፣ “ነ ህንአርእን! አን ማሊፈን ስ ገላፈዸ? አን አከምን ፉለኮ ኦል ፉዸዼ ኦቦሌሰኬ ዮኣብን እላለ?” ጄዼ። Sien die hoofstuk |