2 ሳሙኤል 2:21 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo21 Yommus Abneer,<<Gara mirga keetti yookiis gara bitaa keetti goriitii dargaggeessota kana keessaa tokko qabii mi'a waraanaa isaa irraa fudhadhu!>> jedheen; Asaahel garuu isa duukaa fiiguu dhiisee jal'achuu hin barbaanne. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa21 Ergasiis Abneer, “Gara mirgaatti yookaan bitaatti garagaliitii dargaggeessa tokko qabii miʼa lolaa isaa irraa fudhadhu” jedheen. Asaaheel garuu isa ariʼuu hin dhiifne. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ21 ኤርገሲስ አብኔር፣ “ገረ ምርጋት ዮካን ብታት ገረገሊቲ ደርገጌሰ ቶኮ ቀቢ ምአ ሎላሳራ ፉዸዹ” ጄዼን። አሳሄል ገሩ እሰ አርኡ ህንዺፍኔ። Sien die hoofstuk |