2 ሳሙኤል 2:20 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Abneer of booddee ilaalee,<<Ati Asaahelii?>> jedhee isa in gaafate; Asaahelis,<<Eyyee, anuma!>> jedhee in deebiseef. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 Abneeris of irra garagalee, “Ati Asaaheelii?” jedhee gaafate. Innis, “Eeyyee anuma” jedhee deebise. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 አብኔርስ ኦፍረ ገረገሌ፣ “አት አሳሄሊ?” ጄዼ ጋፈቴ። እንስ፣ “ኤዬ አኑመ” ጄዼ ዴብሴ። Sien die hoofstuk |