2 ሳሙኤል 2:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Yommus isaan adduma addaan mataa warra isaaniin morkatu qabatanii, cinaacha walii walii isaaniitti billaa hudumanii wal fudhataniis in kukkufan; kanaaf biyya Giibe'on keessaa maqaa iddoo sanaa <<Helkaat Haazuriim>> jedhanii in moggaasan; [<<Helkaat Haazuriim>> jechuun <<Bakkee billaa qara-qabeessaa>> jechuu dha.] Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Tokkoon tokkoon namaas mormituu isaa mataa qabee cinaacha isaatti goraadee diree wal qabatanii kukkufan. Kanaafuu iddoon sun Gibeʼoon keessatti lafa goraadee jedhamee waamame. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 ቶኮን ቶኮን ነማስ ሞርምቱሳ መታ ቀቤ ጭናቸሳት ጎራዴ ድሬ ወል ቀበተኒ ኩኩፈን። ከናፉ እዶን ሱን ግቤኦን ኬሰት ለፈ ጎራዴ ጄዸሜ ዋመሜ። Sien die hoofstuk |