2 ሳሙኤል 11:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Uriiyaan garuu hojjetoota gooftaa isaa wajjin balbala mana mootummaa dura rafe malee, gara mana isaatti gad hin buune. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Uuriyaan garuu tajaajiltoota gooftaa isaa hunda wajjin karra masaraa mootii dura ciise malee gara mana ofii isaatti gad hin buune. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ኡርያን ገሩ ተጃጅልቶተ ጎፍታሳ ሁንደ ወጅን ከረ መሰራ ሞቲ ዱረ ጪሴ መሌ ገረ መነ ኦፊሳት ገድ ህንቡኔ። Sien die hoofstuk |