2 ሳሙኤል 11:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Daawit namoota itti ergee ishee in fichisiise; isheen gara isaa yommuu dhufte, akka seeraatti xuraa'ummaa isheettii of qulleessitee turte; Daawit yommus ishee bira in ga'e; isheenis ergasii gara mana isheetti in deebite*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Daawitis nama itti ergee ishee fichisiise. Isheenis gara isaa dhufte; innis ishee wajjin ciise. Isheen xuraaʼummaa ishee irraa qulqullooftee turte. Ergasii gara mana isheetti deebite. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ዳዊትስ ነመ እት ኤርጌ እሼ ፍችሲሴ። እሼንስ ገረሳ ዹፍቴ፤ እንስ እሼ ወጅን ጪሴ። እሼን ጡራኡማሼራ ቁልቁሎፍቴ ቱርቴ። ኤርገሲ ገረ መነሼት ዴብቴ። Sien die hoofstuk |