2 ሳሙኤል 11:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Daawit nama tokko waamee ergee, waa'ee dubartittii in qorachiise; namichis deebi'ee,<<Dubartittiin haadha manaa Uriiyaa Heetichaa ti, isheen intala Elii'aam; maqaan ishee<<Baat-Sheebaa>> jedhama>> jedhe. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Daawitis waaʼee ishee beekuuf nama itti erge. Namichi sunis, “Isheen Batisheebaa intala Eliʼaam, niitii Uuriyaa namicha gosa Heet sanaatii mitii?” jedhe. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ዳዊትስ ዋኤሼ ቤኩፍ ነመ እት ኤርጌ። ነምች ሱንስ፣ “እሼን በትሼባ እንተለ ኤልኣም፣ ኒቲ ኡርያ ነምቸ ጎሰ ሄት ሰናቲ ምቲ?” ጄዼ። Sien die hoofstuk |