2 ሳሙኤል 11:27 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo27 Yeroon gadda isheetii erga darbee booddee, Daawit nama ergee mana isaatti ishee in fudhate; isheenis haadha manaa isaaf taatee, ilma in deesseef; haa ta'u iyyuu malee, wanti hamaan Daawit godhe kun Waaqayyoon in gaddisiise. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa27 Erga yeroon booʼichaa darbee booddee Daawit mana ofii isaatti ishee fudhate; isheenis niitii isaa taatee ilma deesseef. Garuu wanni Daawit hojjete sun Waaqayyo hin gammachiisne. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ27 ኤርገ ዬሮን ቦእቻ ደርቤ ቦዴ ዳዊት መነ ኦፊሳት እሼ ፉዸቴ፤ እሼንስ ኒቲሳ ታቴ እልመ ዴሴፍ። ገሩ ወን ዳዊት ሆጄቴ ሱን ዋቀዮ ህንገመቺስኔ። Sien die hoofstuk |