2 ሳሙኤል 11:25 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo25 Kana irratti Daawit namicha ergamee dhufe sanaan,<<Yo'aabiin,<<Kun hamaa ta'ee sitti hin mul'atin, billaan takka kana fixa, takka sana fixa, kanaaf ati haleelii mandara kana lolii ishee balleessi!>> jedhiitii isa jajjabeessi!>> jedhe. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa25 Daawitis ergamaa sanaan, “Egaa akkana jedhii Yooʼaabitti himi; ‘Wanni kun abdii si hin kutachiisin; goraadeen yeroo tokko isa tokko, yeroo kaan immoo kan biraa nyaata. Cimsii magaalattii dhaʼiitii balleessi.’ Waan kanas Yooʼaabin jajjabeessuuf jedhi” jedhe. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ25 ዳዊትስ ኤርገማ ሰናን፣ “ኤጋ አከነ ጄዺ ዮኣብት ህም፤ ‘ወን ኩን አብዲ ስ ህንኩተቺስን፤ ጎራዴን ዬሮ ቶኮ እሰ ቶኮ፣ ዬሮ ካንሞ ከን ብራ ኛተ። ጭምሲ መጋለቲ ዸኢቲ በሌስ።’ ዋን ከነስ ዮኣብን ጀጀቤሱፍ ጄዽ” ጄዼ። Sien die hoofstuk |