2 ሳሙኤል 11:21 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo21 Abiimelek ilma Gidewoon eenyutu rukutee ajjeese>> Dubartii tokkotu masaraa irraan majii daakuu isatti darbattee mandara Tebezitti isa ajjeese mitii ree>> Maaliif masaraa sanatti akkas dhi'aattan?>> jedhee yommuu inni si gaafatu, ati immoo,<<Hojjetaan kee Uriiyaa Heetichis du'eera>> jedhii itti himi!>> jedhee in abboome*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa21 Eenyutu Abiimelek ilma Yirubesheet sana ajjeese? Dubartiin tokko dallaa irraa majii dhagaa daakuu itti gad dhiiftee Tebeesitti isa hin ajjeefnee? Isin maaliif akkas dallaa sanatti dhiʼaattan?’ Yoo inni waan kana si gaafate, ‘Tajaajilaan kee Uuriyaan namichi gosa Heet sunis duʼeera’ jedhii itti himi.” Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ21 ኤኙቱ አቢሜሌክ እልመ ይሩቤሼት ሰነ አጄሴ? ዱበርቲን ቶኮ ደላራ መጂ ዸጋ ዳኩ እት ገድ ዺፍቴ ቴቤስት እሰ ህንአጄፍኔ? እስን ማሊፍ አከስ ደላ ሰነት ዽኣተን?’ ዮ እን ዋን ከነ ስ ጋፈቴ፣ ‘ተጃጅላንኬ ኡርያን ነምች ጎሰ ሄት ሱንስ ዱኤረ’ ጄዺ እት ህም።” Sien die hoofstuk |