2 ሳሙኤል 11:20 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 mootichi aaree in boba'a ta'a, si gaafatas ta'a;<<Isaan loluudhaaf maaliif isin mandarattiitti akkas dhi'aattan>> Masaraa irraan akka isaan xiyya isinitti gad dhiisan hin beektanii ree>> Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 aariin mootichaa ni bobaʼa; innis akkana jedhee si gaafachuu dandaʼa; ‘Isin maaliif loluuf akkas magaalaa sanatti dhiʼaattan? Isin akka isaan dallaa irraa xiyya isinitti darbatan hin beeknee? Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 ኣሪን ሞትቻ ንቦበአ፤ እንስ አከነ ጄዼ ስ ጋፈቹ ደንደአ፤ ‘እስን ማሊፍ ሎሉፍ አከስ መጋላ ሰነት ዽኣተን? እስን አከ እሳን ደላራ ጥየ እስንት ደርበተን ህንቤክኔ? Sien die hoofstuk |