2 ሳሙኤል 11:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Gaaf tokko gara galgalaa Daawit iddoo ciisicha isaatii ka'ee bantii mana mootummaa isaatiitti ol ba'ee, asii fi achi utuu adeemuu gad ilaalee, dubartii dhagna dhiqachaa jirtu tokko in arge; isheen baay'ee miidhagduu dha*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Gaaf tokko galgala Daawit siree isaa irraa kaʼee bantii masaraa mootummaa irra asii fi achi deddeebiʼaa ture. Innis bantii gubbaa dhaabatee dubartii dhagna ishee dhiqattu tokko arge. Dubartiin sun baayʼee bareedduu turte; Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ጋፍ ቶኮ ገልገለ ዳዊት ስሬሳራ ከኤ በንቲ መሰራ ሞቱማረ አሲፊ አች ዴዴብኣ ቱሬ። እንስ በንቲ ጉባ ዻበቴ ዱበርቲ ዸግነሼ ዽቀቱ ቶኮ አርጌ። ዱበርቲን ሱን ባይኤ በሬዱ ቱርቴ፤ Sien die hoofstuk |