2 ሳሙኤል 11:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Yo'aab mandarattiitti yommuu marsisiise, kallattii loltoonni jajjaboonni mandarattii jiran waan beekuuf, Uriiyaa karaa sana in dhaabachiise. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Kanaafuu Yooʼaab utuu magaalattii marsaa jiruu iddoo akka loltoonni ciccimoon jiran beeketti Uuriyaa ramade. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 ከናፉ ዮኣብ ኡቱ መጋለቲ መርሳ ጅሩ እዶ አከ ሎልቶትን ጭጭሞን ጅረን ቤኬት ኡርያ ረመዴ። Sien die hoofstuk |