2 ሳሙኤል 11:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Uriiyaan ija isaa duratti akka nyaatuuf, akka dhuguufis Daawit isa in waamsise, akka inni machaa'us in godhe; Uriiyaan garuu yommuu galgalaa'e mana mootummaatii gad ba'ee hojjetoota gooftaa isaa wajjin afata isaa irra bule malee, gara mana isaatti gad hin buune. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Daawitis isa affeere; innis fuula isaa duratti nyaatee dhuge; Daawitis isa macheesse. Uuriyaan garuu halkan sana afata isaa irra tajaajiltoota gooftaa isaa gidduu ciisuuf gad baʼe malee gara mana ofii isaa hin deemne. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ዳዊትስ እሰ አፌሬ፤ እንስ ፉለሳ ዱረት ኛቴ ዹጌ፤ ዳዊትስ እሰ መቼሴ። ኡርያን ገሩ ሀልከን ሰነ አፈተሳረ ተጃጅልቶተ ጎፍታሳ ግዱ ጪሱፍ ገድ በኤ መሌ ገረ መነ ኦፊሳ ህንዴምኔ። Sien die hoofstuk |