2 ሳሙኤል 11:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Daawit yommus Uriiyaadhaan,<<Bor sin ergaatii har'a asuma ooli!>> jedhe; Uriiyaan guyyaa sana, borumtaa isaas Yerusaalemin in oole. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Daawit, “Ati harʼas as buliitii ani bor sin geggeessaa” jedheen. Kanaafuu Uuriyaan gaafa sanaa fi guyyaa itti aanu Yerusaalem keessa ture. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 ዳዊት፣ “አት ሀርአስ አስ ቡሊቲ አን ቦር ስን ጌጌሳ” ጄዼን። ከናፉ ኡርያን ጋፈ ሰናፊ ጉያ እት ኣኑ ዬሩሳሌም ኬሰ ቱሬ። Sien die hoofstuk |