2 ሳሙኤል 11:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Uriiyaan garuu Daawitiin,<<Sanduuqi kakuu Waaqayyoo, namoonni Israa'elii fi namoonni Yihudaa dunkaana keessa jiru; Yo'aab gooftaan koo, hojjetoonni si gooftaa kootiis bakkee keessa buufatanii jiru, ani immoo attamittan nyaachuudhaa fi dhuguudhaaf, haadha manaa koo wajjin rafuudhaafis gara mana kootti gala ree>> Du'a lubbuu keetii ti, ani wanta akkasii kana hin godhu!>> jedhe*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 Uuriyaan immoo Daawitiin, “Taabonnii fi Israaʼel, Yihuudaanis dunkaana keessa jiru; gooftaan koo Yooʼaabii fi namoonni gooftaa koo dirree irra bulu. Egaa ani akkamitti nyaachuu fi dhuguuf, niitii koo wajjinis rafuuf jedhee gara mana koo deema? Duʼa kee ti; ani waan akkasii hin godhu!” Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 ኡርያንሞ ዳዊቲን፣ “ታቦትኒፊ እስራኤል፣ ይሁዳንስ ዱንካነ ኬሰ ጅሩ፤ ጎፍታንኮ ዮኣቢፊ ነሞትን ጎፍታኮ ድሬረ ቡሉ። ኤጋ አን አከምት ኛቹፊ ዹጉፍ፣ ኒቲኮ ወጅንስ ረፉፍ ጄዼ ገረ መነኮ ዴመ? ዱአኬት፤ አን ዋን አከሲ ህንጎዹ!” Sien die hoofstuk |