2 ሳሙኤል 11:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Birraa yeroo itti mootonni lolaaf ba'anitti, Daawit mootichi namoota isaaf loltoota Israa'el hundumaa Yo'aabii wajjin lolatti in erge; isaan Amoonota fixanii, mandara Raabaatti in marsan; Daawit garuu mandara Yerusaalem keessatti in hafe*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Birraa keessa yeroo mootonni waraanaaf baʼanitti, Daawit tajaajiltoota isaatii fi loltoota Israaʼel hunda wajjin Yooʼaabin erge. Isaanis Amoonota barbadeessanii magaalaa Rabbaa jedhamtu marsan. Daawit garuu Yerusaalemitti hafe. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ብራ ኬሰ ዬሮ ሞቶትን ወራናፍ በአንት፣ ዳዊት ተጃጅልቶተሳቲፊ ሎልቶተ እስራኤል ሁንደ ወጅን ዮኣብን ኤርጌ። እሳንስ አሞኖተ በርበዴሰኒ መጋላ ረባ ጄዸምቱ መርሰን። ዳዊት ገሩ ዬሩሳሌምት ሀፌ። Sien die hoofstuk |