2 ሳሙኤል 10:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Warri Amoonotaa gad itti ba'anii karra mandara isaanii duratti loltoota isaanii tarree in galfatan; warri Sooriyaa, warri mandara Zobaatii fi Bet-Rehoobii dhufan, namoonni mandara Xoobii fi namoonni Ma'akaa mootichaa immoo kophaa isaanii bakkee keessa iddoo in qabatan. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Amoononni immoo baʼanii karra magaalaa sanaa irratti waraanaaf hiriiran; namoonni Sooriyaa warri Suubaa fi Rehoob, akkasumas namoonni Xoobiitii fi Maʼakaa immoo kophaa isaanii dirree irra turan. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 አሞኖትንሞ በአኒ ከረ መጋላ ሰናረት ወራናፍ ህሪረን፤ ነሞትን ሶርያ ወር ሱባፊ ሬሆብ፣ አከሱመስ ነሞትን ጦቢቲፊ መአካሞ ኮጳሳኒ ድሬረ ቱረን። Sien die hoofstuk |