2 ሳሙኤል 10:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Jarreen tokko waa'ee kanaa Daawititti in himan; Daawit immoo sababii yeelloo guddaan namoota sana irra ga'eef, hamma areedni isaanii bibbiqilee guddatuufitti Yerikoo turanii booddee akka galaniif dhaamsa isaanitti in erge. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Daawit yommuu wanni kun isatti himametti sababii isaan akka malee qaanaʼaniif namoota sanatti ergamoota erge. Mootichis, “Isin hamma areedni keessan isinii guddatutti Yerikoo turaatii ergasii deebiʼaa kottaa” jedheen. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ዳዊት ዮሙ ወን ኩን እሰት ህመሜት ሰበቢ እሳን አከ መሌ ቃነአኒፍ ነሞተ ሰነት ኤርገሞተ ኤርጌ። ሞትችስ፣ “እስን ሀመ አሬድንኬሰን እስኒ ጉደቱት ዬርኮ ቱራቲ ኤርገሲ ዴብኣ ኮታ” ጄዼን። Sien die hoofstuk |