2 ሳሙኤል 10:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Gurguddoonni biyya Amoon immoo Hanuun gooftaa isaaniitiin,<<Daawit namoota ergee si jajjabeessuu isaatiin abbaa keetiif ulfina kennuu isaa sitti fakkaataa>> Daawit mootummaa kee gara galchuudhaaf, akka isaan mandarattii keessa baraniif gaadchisiisuuf isaan erge mitii ree?>> jedhan. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 qondaaltonni Amoonotaa Haanuun gooftaa isaaniitiin, “Ati sababii Daawit akka isaan dhaamsa gaddaa sitti himaniif namoota sitti ergeef inni waan abbaa keetiif ulfina kenne seetaa? Daawit akka isaan magaalattii qoratanii, basaasanii fi qabataniif gara kee isaan erge mitii?” jedhan. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ቆንዳልቶትን አሞኖታ ሃኑን ጎፍታ እሳኒቲን፣ “አት ሰበቢ ዳዊት አከ እሳን ዻምሰ ገዳ ስት ህመኒፍ ነሞተ ስት ኤርጌፍ እን ዋን አባኬቲፍ ኡልፍነ ኬኔ ሴታ? ዳዊት አከ እሳን መጋለቲ ቆረተኒ፣ በሳሰኒፊ ቀበተኒፍ ገረኬ እሳን ኤርጌ ምቲ?” ጄዸን። Sien die hoofstuk |