2 ሳሙኤል 10:19 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Mootonni warri harka Hadaad-Ezer jala turan, Israa'elootaan akka mo'aman yommuu argan, Israa'eloota araara gaafatanii isaanitti in bulan; yeroo sanaa jalqabanii warri Aaram deebi'anii Amoonota gargaaruu in sodaatan. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 Mootonni Hadaadezerin tajaajilaa turan hundi yommuu akka Israaʼelootaan moʼataman arganitti, Israaʼeloota wajjin nagaa uumanii isa jalatti bulan. Kanaafuu namoonni Sooriyaa ergasii Amoonota gargaaruu sodaatan. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 ሞቶትን ሀዳዴዜርን ተጃጅላ ቱረን ሁንድ ዮሙ አከ እስራኤሎታን ሞአተመን አርገንት፣ እስራኤሎተ ወጅን ነጋ ኡመኒ እሰ ጀለት ቡለን። ከናፉ ነሞትን ሶርያ ኤርገሲ አሞኖተ ገርጋሩ ሶዳተን። Sien die hoofstuk |