2 ሳሙኤል 10:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Haa ta'u iyyuu malee, isaan Israa'eloota duraa in baqatan; utuu isaan baqatanii Daawit warra konkolaataa ofan dhibba torba, lafoo kuma afurtama in ajjeese; akkasumas ajajaa loltoota isaanii Shofaakin in rukute, innis achumatti in du'e. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Isaan garuu Israaʼeloota duraa baqatan; Daawitis namoota gaarii waraanaa oofan dhibba torbaa fi loltoota lafoo kuma afurtama fixe. Ajajaa loltoota isaanii Shoobak illee madeesse; innis achumatti duʼe. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 እሳን ገሩ እስራኤሎተ ዱራ በቀተን፤ ዳዊትስ ነሞተ ጋሪ ወራና ኦፈን ዽበ ቶርባፊ ሎልቶተ ለፎ ኩመ አፉርተመ ፍጤ። አጀጃ ሎልቶተሳኒ ሾበክሌ መዴሴ፤ እንስ አቹመት ዱኤ። Sien die hoofstuk |