2 ሳሙኤል 10:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Warra kaan immoo obboleessi isaa Abiishaayi akka abboomu godhee, Amoonota akka lolaniif toora isaan in galche. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Namoota hafan immoo ajaja obboleessa isaa Abiishaayi jalatti hiriirsee Amoonotatti isaan duulchise. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ነሞተ ሀፈንሞ አጀጀ ኦቦሌሰሳ አቢሻይ ጀለት ህሪርሴ አሞኖተት እሳን ዱልችሴ። Sien die hoofstuk |