2 ሳሙኤል 10:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Takka turee mootiin Amoonotaa duunaan, Hanuun ilmi isaa mootii ta'ee iddoo isaa in bu'e*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Ergasiis mootiin Amoonotaa ni duʼe; ilmi isaa Haanuunis iddoo isaa buʼee mootii taʼe. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ኤርገሲስ ሞቲን አሞኖታ ንዱኤ፤ እልምሳ ሃኑንስ እዶሳ ቡኤ ሞቲ ተኤ። Sien die hoofstuk |