Aanlyn Bybel

- Advertensies -




2 ሳሙኤል 1:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

6 Namichi oduu kana isatti himes deebisee,<<Ani dhimma utuun hin qabaatin, tulluu Giilbo'aatti ol ba'ee Saa'ol eeboo isaatti hirkatee utuu jiruu, warri konkolaataan adeemanii fi abboonni fardeenii warri isa ari'aa jiran immoo isa qaqqabuuf akka jedhan nan arge*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

6 Dargaggeessi sunis akkana jedhee deebise; “Akkuma tasaa ani Tulluu Gilboʼaatti ol baʼeen ture; Saaʼolis eeboo isaatti irkatee achi ture; gaariiwwan lolaatii fi abbootiin fardaa isa bira gaʼan.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

6 ደርገጌስ ሱንስ አከነ ጄዼ ዴብሴ፤ “አኩመ ተሳ አን ቱሉ ግልቦኣት ኦል በኤን ቱሬ፤ ሳኦልስ ኤቦሳት እርከቴ አች ቱሬ፤ ጋሪወን ሎላቲፊ አቦቲን ፈርዳ እሰ ብረ ገአን።

Sien die hoofstuk Kopieer




2 ሳሙኤል 1:6

Volg ons:

Advertensies


Advertensies