2 ሳሙኤል 1:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Kana irratti Daawit,<<Maaltu ta'e>> Wanta ta'e anatti himi!>> ittiin jedhe; namichi immoo,<<Loltoonni keenya lafa waraanaatii baqatanii, baay'een isaaniis rukutamanii kukkufanii du'aniiru; Saa'ol mootichii fi Yonaataan ilmi isaa ajjeefamaniiru>> jedhee itti in hime. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Daawitis, “Maaltu dhalate? Mee natti himi” jedhee gaafate. Innis, “Namoonni adda waraanaatii ni baqatan. Baayʼeen isaanii harcaʼaniiru; duʼaniirus. Saaʼolii fi ilmi isaa Yoonaataanis duʼaniiru” jedheen. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ዳዊትስ፣ “ማልቱ ዸለቴ? ሜ ነት ህም” ጄዼ ጋፈቴ። እንስ፣ “ነሞትን አደ ወራናቲ ንበቀተን። ባይኤንሳኒ ሀርጨአኒሩ፤ ዱአኒሩስ። ሳኦሊፊ እልምሳ ዮናታንስ ዱአኒሩ” ጄዼን። Sien die hoofstuk |