2 ሳሙኤል 1:26 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo26 Yaa Yonaataan obboleessa ko, ani siif nan gadda; baay'ee na mararta turte, jaalalli ati na jaallatte, jaalala dubartootaa caalaa dinqisiisaa ture*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa26 Yaa Yoonaataan obboleessa ko, ani siif gaddeera; ati anaaf nama akka malee jaallatamaa turte. Jaalalli ati naaf qabdu dinqisiisaa ture; jaalala dubartii caalaa dinqisiisaa ture. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ26 ያ ዮናታን ኦቦሌሰኮ፣ አን ሲፍ ገዴረ፤ አት አናፍ ነመ አከ መሌ ጃለተማ ቱርቴ። ጃለል አት ናፍ ቀብዱ ድንቅሲሳ ቱሬ፤ ጃለለ ዱበርቲ ጫላ ድንቅሲሳ ቱሬ። Sien die hoofstuk |