2 ሳሙኤል 1:25 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo25 Namoonni jajjaboonni attam lafa lolaatti kukkufanii du'an! Yonaataan iddoowwan ol ka'oo irraa lafaan in dha'ame in du'e. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa25 “Namoonni jajjaboon akkamitti waraana keessatti kufu! Yoonaataan gaarran keessan irratti ajjeefameera. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ25 “ነሞትን ጀጀቦን አከምት ወራነ ኬሰት ኩፉ! ዮናታን ጋረንኬሰንረት አጄፈሜረ። Sien die hoofstuk |