2 ሳሙኤል 1:22 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo22 Iddaan Yonaataan dhiiga namaa utuu hin dhangalaasin, moora warra jajjaboos utuu hin waraanin gad qabamee hin beeku; billaan Saa'olis waa utuu hin rukutin deebi'ee hin beeku. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa22 “Dhiiga namoota dhumanii keessaa, foon namoota jajjaboo irraa, iddaan Yoonaataan duubatti hin deebine; goraadeen Saaʼolis akkasumaan hin deebine. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ22 “ዺገ ነሞተ ዹመኒ ኬሳ፣ ፎን ነሞተ ጀጀቦራ፣ እዳን ዮናታን ዱበት ህንዴብኔ፤ ጎራዴን ሳኦልስ አከሱማን ህንዴብኔ። Sien die hoofstuk |