Aanlyn Bybel

- Advertensies -




2 ሳሙኤል 1:21 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

21 <<Isin yaa tulloota Giilbo'aa, gaachanni warra jajjaboo isin irratti waan xuraa'eef, gaachanni Saa'ol dhadhaa ejersaatiin waan hin dibaminiif, fixeensi yookiis bokkaan isin irratti hin bu'in! Lafti midhaan kennaaf dhi'aatu baasus hin argamin!

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

21 “Yaa tulluuwwan Gilboʼaa, fixeensi isin irra hin buʼin yookaan bokkaan isinitti hin roobin; yookaan lafti qotiisaa midhaan aarsaaf dhiʼeeffamu biqilchu isin keessatti hin argamin. Gaachanni nama jabaa achitti xuraaʼeeraatii; gaachanni Saaʼol siʼachi zayitii hin dibamu.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

21 “ያ ቱሉወን ግልቦኣ፣ ፍጤንስ እስንረ ህንቡእን ዮካን ቦካን እስንት ህንሮብን፤ ዮካን ለፍት ቆቲሳ ምዻን ኣርሳፍ ዽኤፈሙ ብቅልቹ እስን ኬሰት ህንአርገምን። ጋቸን ነመ ጀባ አችት ጡራኤራቲ፤ ጋቸን ሳኦል ስአች ዘይቲ ህንድበሙ።

Sien die hoofstuk Kopieer




2 ሳሙኤል 1:21

Volg ons:

Advertensies


Advertensies