Aanlyn Bybel

- Advertensies -




2 ሳሙኤል 1:20 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

20 Intaloonni Filisxeemotaa akka hin gammannetti, intaloonni warra dhagna hin qabatiniis akka hin ililchinetti, isin mandara Gaatitti kana hin himinaa! Karaa gurguddaa mandara Ashqalon keessattis kana hin labsinaa!

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

20 “Waan kana Gaati keessatti hin dubbatinaa; daandiiwwan Ashqaloon irrattis hin labsinaa; yoo kanaa achii intallan Filisxeemotaa ni gammadu; intallan warra dhagna hin qabatiniis ni ililchu.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

20 “ዋን ከነ ጋት ኬሰት ህንዱበትና፤ ዳንዲወን አሽቀሎንረትስ ህንለብስና፤ ዮ ከና አቺ እንተለን ፍልስጤሞታ ንገመዱ፤ እንተለን ወረ ዸግነ ህንቀበትኒስ ንእልልቹ።

Sien die hoofstuk Kopieer




2 ሳሙኤል 1:20

Volg ons:

Advertensies


Advertensies