2 ሳሙኤል 1:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Namichi utuu hin ajjeefamin, Daawit,<<Ati afaanuma keetiin,<<Nama isa Waaqayyo dibee moosise nan ajjeese>> jettee of irratti dhugaa waan baateef, dhiigni kee mataa kee irraa haa barbaadamu!>> jedhee itti in dubbate. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Daawitis, “Sababii afaanumti kee, ‘Ani nama Waaqayyo isa dibe ajjeeseera’ jedhee dhugaa sitti baʼeef dhiigni kee matuma keetti deebiʼa” jedheen. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 ዳዊትስ፣ “ሰበቢ አፋኑምትኬ፣ ‘አን ነመ ዋቀዮ እሰ ድቤ አጄሴረ’ ጄዼ ዹጋ ስት በኤፍ ዺግንኬ መቱመኬት ዴብአ” ጄዼን። Sien die hoofstuk |